Waliigalteen dhukaasa dhaabuu dura bu'ummaa Ameerikaatiin Onkoloolessa darbe irra gahame waraanni akka dhaabbatu yeroo ...
Pirezidantiin Turkii Rajiib Xayyib Erdowaan Kibxata, Guraandhala 17, 2026 Itoophiyaa daawwachuu booda ibsa kennaniin biyyi ...
Garee muuziqaa Poop kan Biriitish keessatti beekamu Spice Girls waliin ta'uun fiilmii Spice World jedhamurratti taatoo ture. Yeroo sanatti nama ganna 24 kan ture Alan Reeves, ofuma isaatuu akka ...
Loltoonni Ameerikaa gara 100 ta'an loltoota Naayijeeriyaa lola hidhattoota Islaamaafi gareewwan hidhattoota biroo waliin taasisan irratti deeggaruuf gara Naayijeeriyatti bobbaafamaniiru.
Mormituun Puutin Aleeksii Naavaalnii summii raachaa hamaa kan Ameerikaa Kibbaa keessatti argamuun ajjeefamuu UK fi michuuwwan ...
Bineensi 'maalummaansaa hin beekamneefi kanaan dura naannichatti mul'atee hin beekne' lubbuu jiraattotaa galaafachaa jiraachuu jiraattonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Ada'aa Bargaa BBC'tti himan.
Gorsi nagummaa soorataa warra dhihaa ifadha. Innis foon lukkuu hin miiccinaa kan jedhu. Sababnisaas foon lukkuu miiccuun ...
Kun seenaa Fiyoreellaati; seenaa jaalalaa, dhukkuba hin mul'annee, kan haleellaa, akkasumas rakkoo hamaa dabalaa dhufeeti.
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad (PhD) godina Qeellam Wallaggaafi Wallagga Lixaa deemuun misooma aanaalee godnichaa daawwataniiru. Pirojektiin Misooma Warqee Tulluu Kaappii fi Pirojektii Qeexo ...
Paayileetiin Somaaliyaa xiyyaara rakkoo godhate qarqara galaanaa qubsiisee lubbuu oolche jajamaa jira Somaaliyaatti ...
Taphoota Piriimer Liigii torban 25ffaa irratti falmiin Liiverpuul Maanchester Siitii waliin, Maanchester Yunaayitid ...
Kiristii Wiilkiinsan veeloo bareedaa cidhasheef tahu argattee bitte. Shaanxaa diimadii keessas keesse. Cidhi ammoo ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results