Itoophiyaatti bari haaraan 2016 erga eegalee torban sadiif deemu keessatti daballi gatii boba’aa bara haaraa jalqabaa gurgurtaa qinxaaboorratti taasifamuun ibsame. Mootummaan deeggarsa oomishaalee ...
Sirna barnootaa haaraa bara barnootaa 2014 hojiirra ooluuf jiru keessatti immammanni afaanii jijjiirame akka hin jirre Biiroon Barnootaa Oromiyaa hime. Sirni barnootaa haaraa waggoota dheeraan booda ...